About Hamzaib66 Sound Effects

1 Qilleensi Nasrii Bubbise Ustaaz ibsaan akkana jedhe haadhaafii Abbaan rassuulaa azaabaa keessaa gubachaa jiraan jedhe Ummata akkanaa kana sheekkoti jettanii yaroo jala deemtan heddu nama yaaddessitan ani immoo akka Warra jannataa tahan Ragaa kunoo isiiniif fideen jira 👈🏿ummanni akkanaa sheekkotii osoo hin taane mushrikootii jedhaman Rabbi biratti 2ffaa sheekaa roobee fii Kadir martu
Kutaa Oromo 11 keessaa generationa ammaa kana keessaa ummata kamtu beekkomsaan kute kunooti deebisaan warri gandaan deemta jettan dhugaan jiru videon kunooti @highlight
New music By Hamza Ibrahim (seenaa dhaabbataa ) 🔜 mee maal jettan niin dhufa moo niin hafa?
Maallaqa irraa nyaatan warri Dubaay fiizaa siif baafna jedhaniini achi booda ji’a 6 guutuu daandii irra gale karaa irraa fuudhee mana keenyaatti galche of eegannoo godhaa warri biyyaa deemuu feetan nama amanamaa laalladhaa warri dubaay scammer baayyatanii
Jawar Mohammed jechuun eenyu? Namni jimaa keenya akka Ameerkaa deemee hin gurguramne godhu jiru eenyu ? jawar gantuu akka tahe eenyu beeka ani akkanaan jedha isin hoo? Kunooti cunfaan dubbii
Harargee maaliif Roobni bade ? sheekkotiin zinaa jedhan garuu zinaa miti kunooti deebisaan
Warri Hamza ati maaliif hin fuune jettan Wantiin fuudha sodaadheef kunoo waan ishiin nagaafattu laalaa sanuu anaa Ethiopia keessa jiru 👈🏿 Abbaan qabeenyaa Ramadan mumee anaatu sirraa cufa naan jedhe gaafa maaddiyaan isaa hojii eegale warri mootummaa dafaa gaaza akka itti naqamuuf godhaa kopii isinirraa qaba Ramadan #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Hatuu Ajaa’iba
#ethiopian_tik_tok #viral
Share godhaa sheikhaa Robee biraan gahaa arra gaafii jimaati gaafate sheekni 👈🏿kunooti deebisaan quubsaan @highlight